Caalbaasii
M/A/Mirgaa Waldaa Aksiyoona Dhaddacha Dheeraa Oomishaa fi Gurgurtaa Warqii Taantalamii fi dhagaa kabajamoo fi M/A/Idaa produserii oppireetiivii Aarteloof prospeektii Roovayaa Kubbaaniyyaa Raashiyaa gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee qabeenya M/A/Idaa kan ta’an
Lakk |
Meqaaa Meshaa |
Lakk. Gabatee |
Lakk. Waraqaa raga abbaa qabeenyummaa |
Lakk. chaansii |
Lakk. Motoraa |
Lakk. Dikilaarasiyooni |
Ka’umsaa caalbassii qarshii |
1ffaa |
Doozerii |
|
|
|
|
C-1832/15 |
3,718,725.66 |
2ffaa |
Doozerii |
|
|
|
|
C-1832/15 |
3,389,474.46 |
3ffaa |
Doozerii |
|
|
|
|
C-1833/15 |
3,569,098.56 |
4ffaa |
Doozerii |
|
|
|
|
C-1833/15 |
3,389,472.96 |
5ffaa |
Paampii 10/8700R-H-150-PET |
C-1255/15 |
11,803.26 |
||||
6ffaa |
Paampii Boba’aa safartu 630/90 |
C-6957/15 |
86,964.00 |
||||
7ffaa |
Genereetera boba’aa dhaabbatee kan tajaajile 156KVA |
C-6957/15 |
755,210.72 |
||||
8ffaa |
Genereetera boba’aa dhaabbatee haaraa 158KVA |
C-6957/15 |
784,328.27/100 |
||||
9ffaa |
Paampii boba’aa safartu 1100/53 |
C-6957/15 |
203,534.34/100 |
||||
10ffaa |
Paampii boba’aa safartuu 800/40 |
C-6957/15 |
11,699.18 |
||||
11ffaa |
1ffaa Maashina AGGREGATE seekshina haayidiraalik kan warqee dhiqu |
C-4255/15 |
5,031,401.46 |
||||
12ffaa |
Maashina warqee dhiqu |
C-2917/15 |
4,854,686.75 |
||||
3ffaa |
Ujummoo human harkisu |
C-6957/15 |
79,622.62 |
||||
13ffaa |
Daragaa RUG #364(750*1120mm) |
C-6957/15 |
304,501.97 |
Godina Gujii Aanaa Aagaa Waayyuu ganda Burii Karroo Kaampii Waldaa Murtii Abbaa Mirgaa keessatti gaafa 26/04/2013 sa’atii 4:00-6:00tti ni gurgurama. Kanaafuu,iddoo,guyyaa fi sa’aatii ibsametti qaamaan dhiyaattanii gatii ka’umsa caalbaasichaa taaksiifi qaraxa kan dabalatu ta’uu beektanii dhiyaachuu bitachuu kan dandeessan ta’uu beeksisaa,dorgomaan mo’ate battalatti gatii ittiin mo’ate 25% kan kaffalu ta’uu fi qarshii irratti hafe 75% qabeenyichaa immoo guyyaa bituun isaa mirkanaa’e irraa kaasee guyyaa 15 keessati kaffalee kan xumuru ta’uu manni murtii beeksiseera. M/M/O/Godina Gujii.