Caalbaasii
R/himataa Indaashaawu Taaffasaafi R/Himatamtuu Alam Boggaalaa gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana falmiif sababa ta’e Mana Magaalaa Wallisoo ganda Ejersaa keessatti argamu lakk. kaartaa isaa W/2693/99 ta’e gatii ka umsa caalbaasii qarshii 275,000tiin gaafa 02/05/2013 saʼaatii 3:00 hanga 5:30tti xaaraafi girgiddaa qofa tilmaamuun ni gurgurama. Kanaafuu, namoonni caalbaasii kana irratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan iddoo, guyyaa fi saʼaatii ibsametti qaamaan dhiyaattanii dorgomuun bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera. M/M/Aanaa Wallisoo.